-
Oduu
Lammiileen Itoophiyaa daangaa Taaylaandiifi Maaynamaaritti haala rakkisaa keessa jiraachu himan.
Lammiileen Itoophiyaa daangaa Taaylaandiifi Maaynamaaritti haala rakkisaa keessa jiraachu himan. Lammiileen Itoophiyaa kunneen jireenya fooyya’aa argachuuf dallalaadhaan gowwomfamanii biyyaa bahan.…
Read More » -
Teeknooloojii
Miidiyaa Hawaasummaa Tiiktook, bituuf dhaabbanni teeknooloojii biyya Ameerikaa Maayikiroosooft fedhii akka qabu ibsame.
Miidiyaa Hawaasummaa Tiiktook, bituuf dhaabbanni teeknooloojii biyya Ameerikaa Maayikiroosooft fedhii akka qabu Pirezidaantiin Ameerikaa ibsan. Dhaabbanni Tekinooloojii abbummaan isaa kan…
Read More » -
Teeknooloojii
Appilikeeshinii Chaayinaa ‘DeepSeek’ irra haleellaan Saayiberii gahe.
Appilikeeshiniin gargaaraa hubannoo namtolchee ‘AI’ jedhamuun maqaa DeepSeek’n as baheefi argannoo Chaayinaa ta’e kun hojiirra oolee yeroo muraasa keessatti fudhatama…
Read More » -
Fayyaa
Dubartiin osoo ilmoo hin argatin turan waggaa 76ffaa isaaniitti daa’ima jalqabaa argatan.
Aadde Madihiin Hagos, naannoo Tigraay Magaalaa Meaqalee kan jiraatan yoo ta’an, waggaa 76ffaa isaaniitti ilma isaanii jalqabaa dahan. Aadde Madihiin…
Read More » -
Oduu
-
Addunyaa
Itoophiyaa, Keeniyaafi Naayijeeriyaan adeemsa nagaa Koongoo mijeessuuf filataman.
Ministirri Muummee Itoophiyaa duraanii Haayilamaariyaam Dassaalany, Pireezidaantii Naayijeeriyaa duraanii Oliiseenjoo Obaasaanjoofi Pirezidaantii Keeniyaa duraanii Uhuruu Keeniyaattaan adeemsa nagaa Bahaa Rippabiliika…
Read More » -
Biznasii
Baankiin Biyyaalessaa Caalbaasii Sharafa alaa gaggeesse xumuruu ibse.
Baankiin Biyyaalessa Itoophiyaa caalbaasii addaa Sharafa alaa gaggeesse milkaa’inaan xumuruu ibse. Caalbaasichaan baankonni 27 hirmaachuu Baankiin Biyyaalessaa gama Miidiyaa hawaasummaa…
Read More » -
Addunyaa
Pireezidaantiin Yuukireen Volodmiir Zeleeniskiin Ameerikaa wajjin waliigaltee mallatteessuuf qophiidha jedhan.
Pirezidaantiin Yuukireen Volodmiir Zeleeniskiin, biyyi isaanii Ameerikaa wajjin waliigaltee albuudaa mallatteessuuf qophii ta’uu himan. Pirezidaant Zeleniskiin kana kan beeksisan erga…
Read More »

