Siyaasa
-
Barattoonni musliimaa Aksum hijaaba akka uffataniif murtoo Mana Murtii Aanaa Aksum murteesse manni murtii godinaa raggaasise.
Qubee TV (Ebla 10, 2025) Finfinnee!Naannoo Tigraayitti Manni Murtii Aanaa Aksum qajeelfama manneen barnoota magaalattii barattoonni Musliimaa hijaaba akka hin…
Read More » -
Lammiileen Itoophiyaa daangaa Taaylaandiifi Maaynamaaritti haala rakkisaa keessa jiraachu himan.
Lammiileen Itoophiyaa daangaa Taaylaandiifi Maaynamaaritti haala rakkisaa keessa jiraachu himan. Lammiileen Itoophiyaa kunneen jireenya fooyya’aa argachuuf dallalaadhaan gowwomfamanii biyyaa bahan.…
Read More » -
Itoophiyaa, Keeniyaafi Naayijeeriyaan adeemsa nagaa Koongoo mijeessuuf filataman.
Ministirri Muummee Itoophiyaa duraanii Haayilamaariyaam Dassaalany, Pireezidaantii Naayijeeriyaa duraanii Oliiseenjoo Obaasaanjoofi Pirezidaantii Keeniyaa duraanii Uhuruu Keeniyaattaan adeemsa nagaa Bahaa Rippabiliika…
Read More » -
Pireezidaantiin Yuukireen Volodmiir Zeleeniskiin Ameerikaa wajjin waliigaltee mallatteessuuf qophiidha jedhan.
Pirezidaantiin Yuukireen Volodmiir Zeleeniskiin, biyyi isaanii Ameerikaa wajjin waliigaltee albuudaa mallatteessuuf qophii ta’uu himan. Pirezidaant Zeleniskiin kana kan beeksisan erga…
Read More » -
Pireezidaantiin Yuukireen Volodmiir Zeleeniskiin Saffisaan waraana dhaabuuf hojjechuuf qophiidha jedhan.
Pirezidaantiin Yuukireen Volodmiir Zeleeniskiin, Yuukireen nagaan akka bu’u waadaa galte akka kabajju irra deebiidhaan ibsa X isaanii irratti baasaniin beeeksisan.…
Read More » -
-
Poolisiin Finfinnee du’a Qananii irratti garee qorannoo hundeessee qorachaa jiraachuu ibse.
Poolisiin magaalaa Finfinnee du’a Qananii Addunyaa ilaalchisee erga odeeffannoon isa qaqqabee kaasee garee qorannoo hundeeessee qorachaa jiraachuu beeksise. Poolisii magaalichaa…
Read More »