Ispoortii
-
Itoophiyaan meedaaliyaa Warqeefi Meetii dabalataa argatte.
Qubee TV (Bitooteessa 23, 2025) Finfinnee!Shaampiyoonaa fiigicha mana keessaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa…
Read More » -
Atileet Nigisti Geetaachoon Meedaaliyaa Meetii Itoophiyaaf argamsiifte.
Qubee TV (Bitooteessa 23, 2025) Finfinnee!Shaampiyoonaa fiigicha mana keessaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileet Nigisti Geetaachoon meedaaliyaa…
Read More » -
Waldorgommii liigii Oromiyaa Rammaddii A Magaalaa Dambi Dollootti geggeefamaa jiruun har’a taphoonni 5 ni geggeefamu.
Waldorgommii Liigii 1ffaa Oromiyaaa Ramaddii ‘A’ Magaalaa Dambi Doollootti Wal dorgomamaa jiruun har’a taphoonni 5 waaree duraafi waaree booda ni…
Read More » -
Waancaa Addunyaa haaraa bara 2030 irratti biyyoonni 64 hirmaachuuf yaadni akka jiru ibsame.
Waldaan Federeeshinoota Kubbaa Miilaa Addunyaa FIFA’n baayyina biyyoota waancaa addunyaa irratti hirmaatanii gara 64tti guddisuuf yaada qabaachuun himame. Pirezidaantiin FIFA…
Read More » -
