Oduu
Rakkoo Giddugala Bahaatti uumamerraa kan ka'e biyyoonni boba'aa bitanii fayyadaman akka garaatti argachuu dadhabaniiru. Kanaafuu rakkoon kun furamee hamma sirna dhiyeessii boba'aa idileetti deebinutti boba'aa qusannaafi wantoota bu'uraaf dursa kenninee fayyadamuu qabna. Waan ta'eef raabsitoonni boba'aa, buufatawwan boba'aafi fayyadamtoonni wantoota bu'uraatiif dursa kennitanii hundumti keenyayyuu qalbii ittigaafatamummaatiin akka fayyadamnu hubachiisuun barbaada.

Ergaa Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad.
Rakkoo Giddugala Bahaatti uumamerraa kan ka’e biyyoonni boba’aa bitanii fayyadaman akka garaatti argachuu dadhabaniiru. Kanaafuu rakkoon kun furamee hamma sirna dhiyeessii boba’aa idileetti deebinutti boba’aa qusannaafi wantoota bu’uraaf dursa kenninee fayyadamuu qabna. Waan ta’eef raabsitoonni boba’aa, buufatawwan boba’aafi fayyadamtoonni wantoota bu’uraatiif dursa kennitanii hundumti keenyayyuu qalbii ittigaafatamummaatiin akka fayyadamnu hubachiisuun barbaada.

