Oduu Biyya keessaa
-
Barattoonni musliimaa Aksum hijaaba akka uffataniif murtoo Mana Murtii Aanaa Aksum murteesse manni murtii godinaa raggaasise.
Qubee TV (Ebla 10, 2025) Finfinnee!Naannoo Tigraayitti Manni Murtii Aanaa Aksum qajeelfama manneen barnoota magaalattii barattoonni Musliimaa hijaaba akka hin…
Read More » -
Abukaatoon Andu’aalam “Qananiin yeroo hedduu of ajjeesuuf yaaluu ishee yaadannoo barreessite irraa hubadheera” jechuun falme.
Qubee TV (Ebla 7, 2025) Finfinnee! Abukaatoon Andu’aalam “Qananiin yeroo hedduu of ajjeesuuf yaaluu ishee yaadannoo barreessite irraa hubadheera” jechuun…
Read More » -
Ofeeggannoo Hawaasa naannawa sarara baaburaa Itiyoo-Jibuutii jiraniif
Qubee TV (Ebla 5, 2025) Finfinnee Saffisni baabura Itiyoo-Jibuutii sa’aatii tokkotti km 37 ture gara km 60 ol guddate. Tajaajilli…
Read More » -
Itoophiyaan meedaaliyaa Warqeefi Meetii dabalataa argatte.
Qubee TV (Bitooteessa 23, 2025) Finfinnee!Shaampiyoonaa fiigicha mana keessaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa…
Read More » -
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Maamiltoota Isaaf sagantaa ifxaaraa qopheesse.
Qubee TV (Bitooteessa 21, 2025) Finfinnee!Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa maamiltoota isaaf Finfinnee Hoteela Iskaay laayititti sagantaa Ifxaaraa qopheesse.Saganticha irrattis pireezidaantii…
Read More » -
Baankiin Biyyaalessaa Caalbaasii Sharafa alaa gaggeesse xumuruu ibse.
Baankiin Biyyaalessa Itoophiyaa caalbaasii addaa Sharafa alaa gaggeesse milkaa’inaan xumuruu ibse. Caalbaasichaan baankonni 27 hirmaachuu Baankiin Biyyaalessaa gama Miidiyaa hawaasummaa…
Read More » -
Poolisiin Finfinnee du’a Qananii irratti garee qorannoo hundeessee qorachaa jiraachuu ibse.
Poolisiin magaalaa Finfinnee du’a Qananii Addunyaa ilaalchisee erga odeeffannoon isa qaqqabee kaasee garee qorannoo hundeeessee qorachaa jiraachuu beeksise. Poolisii magaalichaa…
Read More » -
Qonna Arfaasaatiif xaa’oofi sanyii filatamaan yeroon dhiyaachuun ibsame.
Biiroon Qonna Oromiyaa Qonna Arfaasaatiif xaa’oofi sanyii filatamaan yeroon dhiyaachuu ibse. Biiroon Qonna Oromiyaa qonna arfaasaafi dhiyeessii callaa guddistuufi oomisha…
Read More » -
Manni maree dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa Sagantaa Ifxaaraafi galii wolitti qabuu gaggeessuuf jedha.
Manni maree dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa gaafa Ramadaana 15 irraa sagantaa Ifxaaraa Hoteela Iskaayilaayititti kan gaggeessu yoo ta’u, guyyoottan sadi’iif…
Read More »
