- Knowledge is power
- The Future Of Possible
- Hibs and Ross County fans on final
- Tip of the day: That man again
- Hibs and Ross County fans on final
- Spieth in danger of missing cut
Gochi naamusa hin qabneefi seeraan alaa miidiyaa hawaasummaarratti mul’achaa jiru amantii kamuu kan bakka hin buune, inumaa kan balaaleffatamudha jechuun Gamtaa Dhaabbilee Amantii Itoophiyaa beeksise.
Barreessaa Olaanaan Waliigalaa gamtichaa Qasiis Taagaay Taaddalaa ibsa kennaniin, gochi seeraan alaafi inni tokko kan isa biraa akka xiqqeessu, kabaja tuquufi balaaleffatu amantoota gidduutti taasisuu yakka jedhan.
Tibba kana gama miidiyaa hawaasummaan kabaja amantiilee gadi buusuuf darbaa ture gamtichi kan mormuufi gochi akkasii amantii kamuu kan bakka hin buune ta’uu himan.
The union also called on the government to bring those responsible to justice.
Activities contrary to basic spiritual and religious traditions are widely seen on social media, he said, adding that speeches and activities that humiliate and degrade any religious teachers and teachings are strongly condemned.
The church called on followers and believers of both religions to focus on their fasting, prayer and repentance without being disturbed by the negative campaigns on social media and the current crisis.



