BiznasiiOduuOduu Biyya keessaaTeeknooloojii

Itiyoo Teeleekoomiin magaalaa Asallaafi Baalee Roobeetti tajaajila Neetworkii 5G eegalchiise.

Qubee TV (Ebla 10, 2025) Finfinnee!

Itiyoo Teeleekoomiin magaalaa Asallaafi Baalee Roobeetti tajaajila Neetworkii 5G’fi 4G LTE advaansid jedhaman eegalchiise.

Kana hordofee lakkoofsi magaaloota Tajaajila Neetwoorkii 5G fayyadamoo ta’anii 16 gahuun eerame.

Dabalataan dhaabbatichi waajjira Damee Kibba Kibba Bahaa hojii eelchiise.

#Oromia#Itoophiyaa@Qubeetv

Related Articles

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button