-
Oduu Biyya keessaa
Barattoonni musliimaa Aksum hijaaba akka uffataniif murtoo Mana Murtii Aanaa Aksum murteesse manni murtii godinaa raggaasise.
Qubee TV (Ebla 10, 2025) Finfinnee!Naannoo Tigraayitti Manni Murtii Aanaa Aksum qajeelfama manneen barnoota magaalattii barattoonni Musliimaa hijaaba akka hin…
Read More » -
Oduu
Abukaatoon Andu’aalam “Qananiin yeroo hedduu of ajjeesuuf yaaluu ishee yaadannoo barreessite irraa hubadheera” jechuun falme.
Qubee TV (Ebla 7, 2025) Finfinnee! Abukaatoon Andu’aalam “Qananiin yeroo hedduu of ajjeesuuf yaaluu ishee yaadannoo barreessite irraa hubadheera” jechuun…
Read More » -
Oduu
Ergaa Lammiilee Itoophiyaa daangaa Taaylaandiifi Maaynamaaritti haala rakkisaa keessa jiran irraa ergame.
Akkam jirtu warri Qubee TV? Ani maqaafi ogumman koo akka hin ibsamne kanin barbaadu yaada koo akka Armaan gadiittan ibsa:…
Read More » -
Ispoortii
Taphataan sarara gidduu Maanchister Siitii Keevin De Burooynin kilaba isaa gadi dhiisuufi.
Qubee TV (Ebla 4, 2025) Finfinnee! Taphataan sarara gidduu garee biyyaaleessaa Beeljiyeem Keevin De Burooyni xumura bara dorgommii kanaatti Maanchister…
Read More » -
Fayyaa
-
Ispoortii
Itoophiyaan meedaaliyaa Warqeefi Meetii dabalataa argatte.
Qubee TV (Bitooteessa 23, 2025) Finfinnee!Shaampiyoonaa fiigicha mana keessaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa…
Read More » -
Ispoortii
Atileet Nigisti Geetaachoon Meedaaliyaa Meetii Itoophiyaaf argamsiifte.
Qubee TV (Bitooteessa 23, 2025) Finfinnee!Shaampiyoonaa fiigicha mana keessaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileet Nigisti Geetaachoon meedaaliyaa…
Read More » -
Biznasii
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Maamiltoota Isaaf sagantaa ifxaaraa qopheesse.
Qubee TV (Bitooteessa 21, 2025) Finfinnee!Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa maamiltoota isaaf Finfinnee Hoteela Iskaay laayititti sagantaa Ifxaaraa qopheesse.Saganticha irrattis pireezidaantii…
Read More »
