-
Addunyaa
Pireezidaantiin Yuukireen Volodmiir Zeleeniskiin Saffisaan waraana dhaabuuf hojjechuuf qophiidha jedhan.
Pirezidaantiin Yuukireen Volodmiir Zeleeniskiin, Yuukireen nagaan akka bu’u waadaa galte akka kabajju irra deebiidhaan ibsa X isaanii irratti baasaniin beeeksisan.…
Read More » -
Ispoortii
Waldorgommii liigii Oromiyaa Rammaddii A Magaalaa Dambi Dollootti geggeefamaa jiruun har’a taphoonni 5 ni geggeefamu.
Waldorgommii Liigii 1ffaa Oromiyaaa Ramaddii ‘A’ Magaalaa Dambi Doollootti Wal dorgomamaa jiruun har’a taphoonni 5 waaree duraafi waaree booda ni…
Read More » -
Biznasii
-
Ispoortii
Waancaa Addunyaa haaraa bara 2030 irratti biyyoonni 64 hirmaachuuf yaadni akka jiru ibsame.
Waldaan Federeeshinoota Kubbaa Miilaa Addunyaa FIFA’n baayyina biyyoota waancaa addunyaa irratti hirmaatanii gara 64tti guddisuuf yaada qabaachuun himame. Pirezidaantiin FIFA…
Read More » -
Addunyaa
-
Biznasii
Waggaa 20ffaa Hundeefama Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa sagantaa gara garaatiin kabajamaa jira.
Guraandhala 29, 1997 hundaa’ee tajaajila kennuu kan eegale Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, waggaa 20ffaa Hundeefama isaa ‘Pirojaktii 20, kabaja ayyaana…
Read More » -
Siyaasa
-
Ispoortii
-
Viidiyoo
-
Afrikaa
Lammiileen Itoophiyaa Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 32 gara biyyaa deebi’an.
Lammiileen Itoophiyaa Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 32 gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Mootummaan hojii Dippiloomaasii lammileerratti xiyyeeffate…
Read More »