BiznasiiOduuOduu Biyya keessaa

Baankiin Biyyaalessaa Caalbaasii Sharafa alaa gaggeesse xumuruu ibse.

Baankiin Biyyaalessa Itoophiyaa caalbaasii addaa Sharafa alaa gaggeesse milkaa’inaan xumuruu ibse.

Caalbaasichaan baankonni 27 hirmaachuu Baankiin Biyyaalessaa gama Miidiyaa hawaasummaa isaan beeksise.

Haaluma kanaan gatiin sharafa alaa olaanaan Doolaara Ameerikaa 1 Birrii 135. 6185 ta’ee galmaa’uu eere.

Baankota Caalbaasicharratti hirmaatan galateeffachuun, sharafa alaa dhiheenyatti hordofuuf fuulduratti caalbaasii dabalataa kan gaggeessu ta’uu ibse.

Related Articles

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button