Ispoortii
Waldorgommii liigii Oromiyaa Rammaddii A Magaalaa Dambi Dollootti geggeefamaa jiruun har’a taphoonni 5 ni geggeefamu.
Waldorgommii Liigii 1ffaa Oromiyaaa Ramaddii ‘A’ Magaalaa Dambi Doollootti Wal dorgomamaa jiruun har’a taphoonni 5 waaree duraafi waaree booda ni geggeefama.
Haaluma kanaan Sa’atii 2:00 irraa eegaluun Jahan Sayyoon Horroo Bulluq waliin, Sa’atii 4’n Bishaan Top Dhidheessaa waliin, Sa’atii 6’n Mandiin Shaambuu waliin , Sa’atii 8’n Beegiin Qeebbee waliin, Sa’atii 10’n Jiituun Luugoo waliin wal morkii kan gaggeessan ta’a.







