Oduu
-
-
Lammiileen Itoophiyaa Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 32 gara biyyaa deebi’an.
Lammiileen Itoophiyaa Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 32 gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Mootummaan hojii Dippiloomaasii lammileerratti xiyyeeffate…
Read More » -
Poolisiin Finfinnee du’a Qananii irratti garee qorannoo hundeessee qorachaa jiraachuu ibse.
Poolisiin magaalaa Finfinnee du’a Qananii Addunyaa ilaalchisee erga odeeffannoon isa qaqqabee kaasee garee qorannoo hundeeessee qorachaa jiraachuu beeksise. Poolisii magaalichaa…
Read More » -
Qonna Arfaasaatiif xaa’oofi sanyii filatamaan yeroon dhiyaachuun ibsame.
Biiroon Qonna Oromiyaa Qonna Arfaasaatiif xaa’oofi sanyii filatamaan yeroon dhiyaachuu ibse. Biiroon Qonna Oromiyaa qonna arfaasaafi dhiyeessii callaa guddistuufi oomisha…
Read More » -
Manni maree dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa Sagantaa Ifxaaraafi galii wolitti qabuu gaggeessuuf jedha.
Manni maree dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa gaafa Ramadaana 15 irraa sagantaa Ifxaaraa Hoteela Iskaayilaayititti kan gaggeessu yoo ta’u, guyyoottan sadi’iif…
Read More » -
Walharkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Oromoo Booranaa marsaa 72ssoo
Qubee TV dabalatee Ogeeyyii miidiyaafi Kominikeeshinii walharkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Oromoo Booranaa marsaa 72ssoo gabaasaniif sirni galateeffannaa Finfinneetti qophaa’e
Read More » -
Yaa’iin Dhaabbilee Amantii Itoophiyaa “Hojiin bu’uura duudhaa amantiilee faallessaniifi miidiyaa hawaasummaarratti mul’atu kan balaaleffatamudha” jedhe.
Gochi naamusa hin qabneefi seeraan alaa miidiyaa hawaasummaarratti mul’achaa jiru amantii kamuu kan bakka hin buune, inumaa kan balaaleffatamudha jechuun…
Read More »