BiznasiiOduu Biyya keessaaUncategorized

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Maamiltoota Isaaf sagantaa ifxaaraa qopheesse.

Qubee TV (Bitooteessa 21, 2025) Finfinnee!
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa maamiltoota isaaf Finfinnee Hoteela Iskaay laayititti sagantaa Ifxaaraa qopheesse.
Saganticha irrattis pireezidaantii Mana maree dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa Sheek Gaalii Muktaar dabalatee maamiltoonni baankichaa hedduun hirmaataniiru.

Ethiopia@Qubeetv #Oromia

Related Articles

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button